Agarsiisa aadaa Hawaassa oromoo Tingvoll fi Møre og Romsdal

flerkultur+EN005 flerkultur+EN007 1010751_402247813222892_1766633388_n

Aadaan eenummaa saba tokkoo ibsa, aadaan Afaan guddisa, aadaan mana barumsa saba tokkoo waan ta’eef eenummaa ofi nama barsiisa,,,,, kkf. Ummani Oromoo hanga aadaan isaa jalaa awwaalamee fi mirgi isaa jalaa sarbamee woggoota dheeraa lakofisiiseera. Haat’uu  malee sabni Oromoo aadaa fi mirga dhala nammumaa biyya isaa irratti jalaa awwaalame deefatuuf yeroo itti dhiisee diina isaatti harka kennate hin qabu. Isa kana kan dhuga’oomsu ummani Oromoo sababa hacuucaa mootummoota garboofataa baroota dheeraaf dhiibaa irraan gayaa turan  jalaa lubbuu isaan baasuuf biyyoota adda addati koolu-galttummaa gaafatan waan isaan dalagaaran ilaaluun barbaachissa. Fkn. Suurawwan armaan oliti argaman kunniin guyyaa agarsiissa aadaa sabaa fi sablammoota bayyoota addaa addaa kan gaafa Waxabajjii 15.2013  magaalaa Molde Norway keesati  qaphayee irrati Hwaasini Oromoo Tingvoll fi Møre og Romsdal itti gaafatamutuu aadaa kanta’an ade Samira Hassan fi Jiraatota Oromoo kan magaalaa Molde Norway jiraataniin kan geegefame ture.

Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Møre og Romsdal. waxabajjii 18.2013

http://www.rbnett.no/bildeserier/article7761529.ece#5

4 thoughts on “Agarsiisa aadaa Hawaassa oromoo Tingvoll fi Møre og Romsdal

  1. Pingback: Oromo Community Participates in Multicultural Festival in Molde, Norway (Gadaa.com) | OromiaTimes

Leave a reply to oromotingvoll Cancel reply