Waamicha hiriira morii Hawaasn Oromoo oslo waame cinaa dhabachuu ilaala.

Yeroo ammaa kana biyya keena Oromiyaa dangalee motummaa naannoo Somaaleetin dangeffaman hunda keessati dura buiinssa motummaa TPLF tiin weerara kana hin jedhamnetu nurati banamee ummata keena fixuti jira. Akkuma argaa jirtan Hwaasin Oromoo Oslo Norway gaafa guyyaa 31/03/2017 hiriira guddaa dhimma kanaaf rakkoolee ummata Oromoo irra gayaa jiran bilaalefatuuf qaama dhimmi ilaaluuf iyyaannoo isaa galfachuuf qophii duraa xumuree jira. Maare nu`i miseenson Hawaasa Oromoo Tingvoll fi Møre og Romsdal fi Oromoon biyya Norway keessati argamnu hundi keena cinaa hawaasa Oromoo Osloo dhbachuun Sgalee ummata keenaaf haataanuu!

Advertisements

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s